






ማህበረሰብ ተኮር ውይይት Marii hawwaasa irratti xiyyeeffatuu
በማህበረሰብ ተኮር ውይይት ማንዋል እና የማመቻቸት ክህሎትን ማዳበር በሚል ርዕሰ ጉዳይ ስልጠና ተሰጠ።
መጋቢት 9/ 7/2017 ዓ/ም(አዲስ አበባ )
** ** **
የአዲስ አበባ ከተማ ሰላምና ጸጥታ አስተዳደር ቢሮ የህዝብ አደረጃጀት ዘርፍ ከማዕከል እስከ ወረዳ ድረስ ለሚገኙ በዘርፉ ስር ላሉ ባለሙያዎች ማህበረሰብ ተኮር ውይይት ማንዋል እና የማመቻቸት ክህሎትን ማዳበር በሚል ርዕሰ ጉዳይ የአሰልጣኞች ስልጠና ተሰጥቷል ።
በስልጠና ማስጀመሪያ ላይ በመገኘት ንግግር ያደረጉት አቶ ሚደቅሳ ከበደ የአዲስ አበባ ከተማ ሰላምና ጸጥታ አስተዳደር ቢሮ ም/ል ኃላፊ እንደተናገሩት ህብረተሰቡን በማወያየት እና በማመቻቸት በከተማችን የተረጋገጠውን ሰላም ዘላቂ በማድረግ በኩል የማህበረሰብ ተኮር ውይይት ፋይዳው የጎላ መሆኑን ገልፀዋል።
በሀሳብ ልዕልና፣ በመግባባት ችግሩን በራሱ የሚፈታ ማህበረሰብ ማፍራት የተቻለው ባለፉት ወራት ውስጥ በከተማው ላይ ህብረተሰቡን በየግዜው በማወያየት እንደሆነም ገልፀው የተጣሉ እንዲታረቁ፣በፍርድ ቤት ክርክር የሚባክነውን ጊዜና ገንዘብ መቀነስ፣ ቤተሰብን ከመበተን መታደግ አካባቢውን ሰላም እንዲጠብቅና በቅርበት ሆኖ አስተዳደራዊ ችግሮችንም እንዲፈታ የማድረግ ስራዎችን መስራት መቻሉንም ጠቁመዋል ።
በቀጣይም ማህብረሰብ ተኮር ውይይትን ማጠናከር እንደሚያስፈልግና ውይይቶችን በማስኬድ ህዝቡ በራሱ አቅም የሚፈጠሩ አለመግባባቶችን የሚፈታ፣ችግርን ማስተዳደር የሚችል፣ወንጀልን የሚጸየፍ፣ ለሰላም ዘብ የሚቆም በማድረግ በኩል በጋራ በመስራት ውጤት ተኮር ስራን መስራት ይጠበቅብናል ብለዋል ።
የስልጠና ሰነዱን የቀረቡት አቶ አብረሃም ዕንግዳወርቅና አቶ ውድነህ አቢ የሕዝብ አደረጃጀት ዘርፍ ባለሙያዎች ሲሆኑ ከስልጠናው በኋላ ሰፊ ውይይት ተካሂዶበታል።
ውይይቱ የመሩት ወ/ሮ ፍሬ ህይወት በለጠ የቢሮ የህዝብ አደረጃጀት ዘርፍ ዳይሬክቶሬት ዳይሬክተር በዚህ ወቅት እንደተናገሩት የተሰጠውን የአሰልጣኞች ስልጠና በተገቢው መንገድ ተደራሽ በማድረግ ማህበረተሰቡን ስለ ሰላም ማስተማርና ህሳቤውንም በማስረጽ በከተማው ላይ የመጣውን ሰላም ዘላቂ ማድረግ ይገባል ብለዋል ።
******
Leenjii matadureen isaa "Adeemsa hojii marii hawwaasaa irratti xiyyeeffatuu fi dandeettii mijeessummaa horachuu" jedhu kenname.
Bitootessa 9/ 7/2017 A.L.I
(Finfinnee )
****
Bulchiinsi Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee dameen ijaarsa uummataa Leenjii leenjistoota matadureen isaa "Adeemsa hojii marii hawwaasaa irratti xiyyeeffatuu fi dandeettii mijeessummaa horachuu" jedhu Ogeessota damee sana jala jiraniif giddugala wajjirichaatii hamma Anaatti jiraniif kenneera.
Eegaluu leenjichaa irratti argamuun haasawwaa baniinsaa kan godhan itti aanaan hoogganaa Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee dameen ijaarsa Uummataa Obbo Miidheksaa Kabbadee akka dubbatanitti; Uummaticha hoogganuu fi mijeessuun magaalaa keenyatti nageenya mirkanaa'e itti fufsiisuuf fayidaan isaa guddaa ta'uu ibsaniiru.
Hawwaasa yaada quulqulluun, walii galteen rakkoosaa ofiin kan hiiku horachuun kan danda'ame; baatiiwwan darban keessa magaalicha keessatti hawwaasicha yeroo yeroon mariisisuu akka ta'e ibsanii; hojiin kan wal lolan akka araaraman gochuu, maatii facaasuurraa oolchuu, nageenya naannoo isaa akka eeguu fi itti dhiyaatee rakkoolee bulchiinsaas akka hiiku gochuu rawwatamuu danda'uu eeraniiru.
Gara fuulduraattis: marii uummata irratti xiyyeeffate jabeessuun akka barbaachisuu fi mariiwwan adda addaa geggeesuun ummatichi sadarkaa ofiisaatiin walii galtee dhabuu uumaman hiikuu, Rakkoolee mudatan hogganuu danda'uu, yakka kan balaaleffatuu fi nageenyaaf kan dhaabbatu gochuu irratti waliin hojjechuun hojii bu'a qabeessa raawwachuun nurraa eegama jedhaniiru.
Sanada leenjichaa kan dhiyeessan Ogeessota damee ijaarsa uumm
ataa kan ta'an Obbo Abirahaam Ingidaworqii fi Obbo Wuuddinee Abii yoo ta'an; leenjicha boodas marii bal'aan geggeeffameera.
Maricha kan geggeessan daayirekteerri damee ijaarsa uummataa Adde Firehiwot balaxa yericha akka dubbatanitti; leenjii leenjiftootaaf kenname kana karaa sirrii ta'een hundaa akka qaqqabu gochuu, Hawwaasicha waa'ee nageenyaa barsiisuu fi yaadasaa hojiirra oolchuun nageenya magaalicha keessatti dhufe itti fufsiisuun nurra jira jedhaniiru.